• English
  • Español
  • Oromoo
  • Soomaali
  • Tagalog
  • Tiếng Việt
  • Русский
  • Українська
  • العربية
  • ትግርኛ
  • አማርኛ
  • 中文(简体)
  • 中文(繁體)
  • 한국어
Iyyata kana yeroo guuttan gargaarsi yoo isin barbaachise ykn qo'annoo kana afaan ykn bifa biraatin guutuu kan filattan yoo ta'e, maaloo HaveASay@kingcounty.gov irratti iimeelii ergaa ykn (206) 263-9768 irratti bilbilaa.

Transit Advisory Commission (TAC) King County dhaf fedhii agarsiisuu keessaniif galatoomaa.Gaheen TAC miseensota hojjettootaa fi hoogganaa waliigalaa Metro, Hojii Raawwachiiftuu fi Mana Maree King County, Aangoo tooraa fi boordiiwwan geejjibaan walqabatan kan dhimmi rakkoowwan, piroojektiiwwanii fi sagantaalen imaammata geejjibaa isaan ilaalatu gorsuudha.Odeeffannoo dabalataatif, maaloo fuula marsariitii keenya daawwadhaa. TAC'n koomishinii tola oolaa miseensota hawaasa aanoolee Mana Maree King County saglan tokkoon tokkoon bakka bu'an irraa dhufaniin kan ijaarameedha. (see a district map)Miseensi tokkon tokkoon isaa/ishee kan muudaman Hojii Raawwachiiftuu County tiin yoo ta'u, gaaffiin miseensa caffee County dhaan erga ka'ee booda kan mirkanaa'udha. Miseensummaan konkolaachiftoota geejjibaa, miseensota maatii konkolaachiftoota geejjibaa fi/ykn konkolaachiftoota geejjibaa ta’uu kan danda’an of keessatti qabata.

Namoonni dhuunfaa boordii ykn koomishinii King County keessatti tajaajiluuf filatamanis erga boordii ykn komishinii King County keessatti tajaajiluuf kaadhimamanii torban lama keessatti King County Ethics Program Financial Disclosure Form akka guutaan ni gaafatamu.

MAALOO YAADADHAA: Odeeffannoon unka kana irratti kenname galmee ummataa ta’ee namni kamiiyyuu akkaataa Washington State Public Records Act (RCW 42.56.250). tiin haala bilisaa fi banaa ta'een qorachuu ni danda’a/dandeessi. Haa ta'u malee, maqaa iyyataa yeroo ibsinu, kanneen armaan gadii ni haqamu: teessoo iyyataa, lakkoofsa bilbilaa fi teessoo imeelii.
Yeroo miseensummaa of kennuu fi hojiiwwan barbaachisan
  • Walgahiiwwan ji’a ji’aan Kibxata sadaffaa gaggeeffaman sa'aa boodaa sa’aatii 2'f sa’aatii 6– 8 irratti hirmachuu
  • Akka barbaachisummaa isaatti walgahiiwwan koree xiqqaa irratti hirmaachuu
  • Walgahii waggaa irratti hirmaachuu (yeroo fi guyyaa 2023 TBD)
  • Karaa imeelii fi/ykn bilbilaan namoota qunnamtii TAC waliin wal-qunnamuu
Walgahiiwwan TAC hanga beeksisni biraa kennamutti toora interneetii irratti karaa Zoom gaggeeffamu. Kana gochuun rakkoo kan hin qabne yeroo ta’e, walgahii qaamaan King Street Center, Seattle keessatti gaggeeffamutti ni deebina.
Odeeffannoo Qunnamtii

Question Title

* 1. Maqaan keessan eenyu?

Question Title

* 2. Odeeffannoon qunnamtii keessan maali?

Question Title

* 3. Miseensonni Transit Advisory Commission jiraattota King County ta’uu qabu. Teessoon iddoo jireenya keessanni eessa? (Yoo mana dhabuun isin mudate ykn mana jireenyaa dhaabbataa hin qabaanne taatan, maaloo teessoo keessan isa dhumaa beekamaa ykn teessoo amma poostaa itti fudhachuu dandeessan galchaa.)

Question Title

* 4. Qunnamtii yeroo hatattamaa (dirqama miti).

Odeeffannoo dhuunfaa (dirqama miti)

Caffeen King County fi Hojii Raawwachiiftuun King County boordiiwwanii fi komiishinoonni King County hawaasa nuti tajaajillu akka calaqqisiisan mirkaneessuuf jiraattota King County hunda hammachuu fi tajaajila kennuuf kutannoo qabu. Kutaa armaan gadii keessatti odeeffannoo kennuunis fedhiidhaan kan raawwatamu ta’us, galma kana galmaan ga’uuf ni gargaara.

Question Title

* 5. Qacaraa ammaa

Question Title

* 6. Akkamitti adda baastuu?

Qaaman osoo hin taane walgahiiwwan irratti sababoota nageenyaatiif maqdhaalota adda addaatiin akka isin waamnu yoo barbaaddan, maaloo nutti himaa.

Question Title

* 7. Hammanga dhalootaa (maaloo hamanga umrii isin ilaallatu filadhaa)

Gahiinsa

Question Title

* 8. Akkaataa Americans with Disabilities Acttiin ibsametti qaama miidhamummaa qabduu?

Question Title

* 9. Sochiiwwan TAC irratti salphaatti fi haala mijataa ta’een hirmaachuuf maaltu isin barbaachisa, kan akka walgahiiwwan toora interneetii irratti gaggeeffaman ykn quunnamtii iimeelii/bilbilaa? Kan ilaallatu kamiyyuu filadhaa.

Question Title

* 10. Qunnamtiiwwan TAC waliin walqabataniif, teessoon imeelii miseensota TAC dhaaf ni ramadama. Akkamitti teesoo imeelii kana gahuuf karoorfattan?

Question Title

* 11. Walgahiiwwan TAC hanga beeksisni biraa kennamutti toora interneetii irratti karaa Zoom gaggeeffamu. Walgahiiwwan toora internetii irratti gaggeeffaman irratti akkamitti hirmaattu?

Question Title

* 12. Yeroo ammaa kana King County keessatti qacaramtani jirtuu?

Gaaffiilee iyyannoo

Question Title

* 13. Transit Advisory CommissionKing County keessatti tajaajiluu ni barbaadduu? Walitti dhufeenyi isin geejjibaa fi/ykn konkolaachisaa geejjibaa wajjiin qabdan maali?

Question Title

* 14. Karaa tajaajila TAC, waa'ee rakkoowwan geejjibaa kam faa caalaatti barachuu barbaaddu?

Question Title

* 15. Rakkoowwan geejjibaa kaam faa TAC'n hiikuu qaba?

Question Title

* 16. TAC irratti muuxannoo ogummaa dhuunfaa, seenaa duubbee ykn dandeettiiwwan akkamii dabaltu?

Question Title

* 17. Walgahiiwwan idilee irratti argamuu fi hirmaachuu fi hojjettoota waliin yeroodhaan wal-qunnamuuf of kennuu dandeessuu?

Question Title

* 18. Gaaffii iyyataa kana dhiyeessuudhaan, odeeffannoon ani iyyata kana keessatti dhiyeesse akka beekumsa kootitti dhugaa fi guutuu ta’uu isaa nan mirkaneessa.

Gaaffii iyyata kana guutuun Transit Advisory Commission keessatti muudamaaf wabii hin ta’u. Gaaffiin iyyataa keessan beellamaaf ilaalcha keessa akka galu, Hojii Raawwachiiftuu fi caffee Kaawuntii King County’f ni dhiyaata.

T