Help City Light Plan for the Future

Over the next 10 years, the demand for electricity in our area is expected to double. We are developing a plan to meet this demand while also being responsive power outages caused by weather, replacing old equipment, and managing rising energy costs.

Thank you for taking the time to share what's important to you to inform planning for our shared energy future.

Español (Spanish) | 正體字 (Chinese, traditional) | 简体中文 (Chinese, simplified) | Tiếng Việt (Vietnamese) | Af-Soomaali (Somali) | 한국어 (Korean) | አማርኛ (Amharic) | Pусский язык (Russian) | 日本語 (Japanese) | ትግርኛ (Tigrinya)  | اَلْعَرَبِيَّةُ (Arabic) | Afaan Oromoo (Oromo) | हिन्दी (Hindi) | Français (French) | Українська мова (Ukrainian)
Isiniif caalaatti barbaachisaa kan ta’e isa kami: Amansiisummaa- humni elektriikii, yeroon barbaade hunda jiraachuun isaa anaaf murteessaa dha. Gatii madaalawaa- Gatii humna elektrikii kaffaluu danda'uun koo anaaf murteessaa dha.(Required.)
Isiniif caalaatti barbaachisaa kan ta’e isa kami: Gatii madaalawaa- Gatii humna elektrikii kaffaluu danda'uun koo anaaf murteessaa dha. Naannoo dhaaf mija'aa- humni elektrikii ani fayyadamu namoota yookan dachee kan hin midhne ta'uun isaa anaaf murteessaa dha.(Required.)
Isiniif caalaatti barbaachisaa kan ta’e isa kami: Naannoo dhaaf mija'aa- humni elektrikii ani fayyadamu namoota yookan dachee kan hin midhne ta'uun isaa anaaf murteessaa dha. Amansiisummaa- humni elektriikii, yeroon barbaade hunda jiraachuun isaa anaaf murteessaa dha.(Required.)
Mee gara fuulduraatiif, humna elektrikii ilaalchisee fedhii keessan ol’aanaa kan ibsu, hima tokko filadhaa:(Required.)
Isiniif, humna elektriikii amansiisaa jechuun maal jechuu dha?
Isiniif, humna elektriikii naannoof mijawaa ta’e jechuun maal jechuu dha?
Waggaa 10 dhufu keessatti, fedhiin jiru dachaan akka dabalu ni eegama. Hawaasa keessan keessatti, caalaatti itti fayyadama irra oolee arguu kan barbaaddan, madda humnaa qulqulluu yookin haromsifamaa akkamiiti?
Maddoota humnaa kanaaf fedhii maaliif qabaattan? Mee filannoo (filannoowwan) keessaniif ibsa kennaa:
Wanti nuti hin kaasne jiraannaan yookaan yaada dabalataa qabaannaan kanaa gadi nuuf ka’aa.
Dhiyaannaa humnaa gara fulduraatiif karoora baasnu ilaalchisee odeeffanno argachuuf, iimeelii keessan kanaa gadi nuuf ka’aa.