Beeksisa Barbaachisoo ta’an:
Magaalaan Saint Paul odeefannoo kana kan isheen walitti sassaabduuf pirojektii Netwoorkii Konkolaataa Sosochootu Humna ellektirikiin hojjetu kan Magaalota Lakkuu beeksisuuf. Odeeffannoon isin gumaachitan odeeffannoo hawaasaa fi qaama odeeffannoo kana gaafateef kan qoodamu ta’a. Magaalaan Saint Paul qu’annoo kana irraa odeeffannoo argate, Magaalaa Minneapolis dabalatee, shariikota pirojektiitiif kan qoodu ta’a. Maaloo, hubadhaa odeefannoo dhuunfaa keessanii kam iyyuu kennuun isin irraa hin eegamu, haata’u iyyuu malee, waa’ee pirojektii kanaa ilaalchisee odeeffannoo hammayyoome argachuuf e-meeeyilii keessan yoo kan nuuf qooddan ta’e iccitiidhaan kan qabamu ta’a.