Labsii Beeksisa Daataa

Waan isin qooddan keessaa muraasni Labsii Hojimaata Ragaa Mootummaa Minnesota jalatti odeeffannoo bilisaa ykn kan dhuunfaa ta’uu danda’a. Magaalattiin odeeffannoo kana kan gaafattu tajaajila Magaalaa qaama miidhamtootaaf fooyyessuuf. Qo’annoo kana fudhachuun isin hin barbaachisu. Odeeffannoon isin qooddan Magaalattii fi namoota biroo Magaalattii waliin hojjetaniif ni dhiyaata. Odeeffannoon isin nuuf kennitan seera federaalaa ykn isteetii irratti hundaa’uun, ykn sababa ajaja mana murtiitiin namoota biroof qoodamuu danda’a.

--

Magaalattiin Karoora Hojii Seera Qaama Miidhamtoota Ameerikaa (ADA) haaromsaa jirti, kanaaf yaada keessanis ni barbaada. Karoorri kun Magaalattiin sagantaalee fi tajaajilli ishee qaama miidhamtoota dabalatee namni hundi akka dhaqqabamu gochuuf kutannoo akka qabdu agarsiisa.

Unka filachuuf maaloo Muummee Hariiroo Ollaa fi Hawaasaa 612-673-3737 quunnamaa. Namoonni gurri isaanii hin dhageenye ykn dhaga’uu dadhaban tajaajila ergaa harkaa fuudhu fayyadamuun 311 612-673-3000 bilbiluu danda’u. Fayyadamtoonni TTY 612-263-6850 bilbilaa.

Question Title

* 1. Minneapolis keessa jiraattamoo, hojjettamoo ykn daawwataadha? Kan isin ilaallatu mara filadhaa.

T