Sarveeyii Baajata Seattle Housing Authority Kan Bara 2027

Abbaa Taayitaa Mana Jireenyaa Siyaatil (Seattle Housing Authority, SHA) waa’ee baajata isaa bara 2027 irratti murtii akka kennu gargaaruu. Qorannoo kana xumuruun ilaalchota fi waantota dursa kennitaniif nuuf qoodaa.

Deebiin isin kennitan eenyummaa keessan hin ibsu, mana jireenyaa kee, tajaajila argattu kamiyyuu, ykn deeggarsa maallaqaa argattu kamiyyuu irratti dhiibbaa hin geessisu.

Deebiin qorannoo kanaa qindaa’ee kutaalee SHA (Seattle Housing Authority) dhaaf, adeemsa karoora baajeta waggaa keessatti akka ilaalamuu fi xiyyeeffannoo keessa galuuf kan qoodamu ta’a. Deebii qorannoo fayyadamuun sagantaalee jiran kanneen kireeffattoota keenyaaf dursa kennaniif adda baasuuf abdii qabna. SHA sadarkaan tajaajila hojii itti fufiinsa isaa mirkaneessuuf ni hojjeta, keessumaa tajaajiloota kireeffattoota keenyaaf baay’ee barbaachisoo ta’an.

Qorannoo Baajata kana yoo xumurte carraa badhaasa argachuuf carraa ni argatta. Deebiin ati Qorannoo Baajata kanaaf kennitu galmee badhaasa keetii wajjin HIN walqabatu – maqaan isaanii dhokatee kan hafu yoo ta’u carraa badhaasa argachuuf filatamuu kee irratti dhiibbaa hin geessisu. Deebii kennitoonni hanga 40 ta’an kanneen carraa badhaasa irratti hirmaatan cheekiin doolaara $25 akka argatan ni filatamu.

Maaloo namootni biroos akka hirmaataniif affeeraa. Galatoomaa!


Qajeelfamoota Sarveeyii: Maaloo saanduqoota sirrittiin isin irratti hojii irra oolan irratti mallattoo godhaa.
1.Hariiroon keessan inni jalqabaa Seattle Housing Authority waliin qabdan maalidhaa? Maaloo kanneen ta'uu danda'an hunda filadhaa.(Required.)
2.How long have you had a Housing Choice Voucher or been a resident with SHA?(Required.)
2 / 6