Ibsa Icciitii Dhuunfaa:
Odeeffannon qorannaa kana keessatti kenname akka hawaasaaf banaa ta'etti laallama akkasumas akka mata duree hawaasaa ifa godhuu jala gala. Odeeffanno dabalataaf, Keewwata Galmeewwan Hawaasaa laali, RCW Chapter 42.56. Akkataa nutti odeeffaannoo kee itti qabnu dabalataan barachuuf, Ibsa Icciitti. dhuunfaa keenna laali.
Yoo bakkeen dalagaa kee Pioneer Square, Chinatown International District (CID), Othello ykn Rainier Beach ta'e, unka galmaa'uu armaan gadii guutuu dandeessa kaardii ORCA bilisaa argachuuf. Yoo ulaagaa guutte, kaardii bakkee dalagaa keetitti ergina. Odeeffannoon kee hin qoodamu akkasumas xiinxala sagantaa fi dhaabbataa qofaaf fayyadamama. Odeeffannoo dabalataa fi ulaagaa guutuf waantota barbaachisanii, marsaaritii Sagantaa Kaardii Damdamachuu ORCA daawadhaa.

Question Title

* 1. Maqaan kee guutun eennu?

Question Title

* 2. Imeelin kee maal? Odeeffannoo waay'ee Kaardii Damdamachuutif si qunnamuuf kana fayyadamuu mala.

Question Title

* 3. Bilbilli kee maali? Odeeffannoo waay'ee Kaardii Damdamachuutif si qunnamuuf kana fayyadamuu mala.

Question Title

* 4. Eessa dalagda? (Maqaa bakkee dalagaa keetii barreessi)

Gaaffiiwwan armaan gadii waay'ee hamalawwan imala kee ammaa si gaafachuuf. Deebiwwan kee dhiibbaa Kaardii Bayyanachuu ORCA akka hubannuuf nu gargaara. Gaaffiiwwan kanaaf deebiwwan keessan Kaardii Bayyanachuu ORCA tiif ulaagaa guutuu keessan irratti dhiibbaa hin qabu.

Question Title

* 5. Yeroo baay'ee geejjiba hawaasatiif akkamitti kafalta?

Question Title

* 6. Torbee yeroo hundaa keessa, hammamiin geejjiba hawaasaa fudhatta?

Question Title

* 7. Amaloota imala kee ammaa yaadaa, ammam ibsaaleen armaan gadiitti walii galtu maaloo qabxii kenni:

  Sirriittin walii gala Walii gala Gara tokkotti ka hin gorin Dide Sirriittin walii hin galle
Gara dalagaa fi irraa imaluun salphaadha
Geejjibni hawaasaa gatiin anaaf madaalawaa dha
Gara dalagaa deemuf geejjiba hawaasan fayyadama
Bakkeewwan jireenya guyyaa guyyaa dalagaan walitti hin hidhanne dhaquuf geejjiba hawaasaattin fayyadama (suuqqiwwan meeshaa nyaataa, mana baruumsaa, beellamoota yaalaa, kkf.
Bakkeewwan bashananaa (paarkota, hiriyoota fi maatii ilaaluf, kkf) dhaquuf geejjiba hawaasaattin fayyadama
Geejjibni hawaasaa filannoo geejjibaa ani filadhu

T