Beeksisa Dimoogiraafii fi Dhuunfaa

Odeeffannoo Dimoogiraafii Maaliif Gaafna: Hawaasa keessa namni hundi bakka bu'ummaa akka qabu mirkaneessuuf gargaarsa keessan nu barbaachisa. Maaloo qorannoo armaan gadii guutaa, gaaffii filannoo waa’ee ziip koodii, sanyii, fi saalaa dabalatee, akkasitti tajaajila miseensota hawaasaa hundaaf kenninu fooyyessuu itti fufuu dandeenya. Odeeffannoo kana akka qaama Seera Mirgoota Siivilii Mata duree VI fi gabaasa federaalaa birootti fayyadamna.
Ibsa Icciitii dhuunfaa: Odeeffannon qorannaa kana keessatti kenname akka hawaasaaf banaa ta'etti laallama akkasumas akka mata duree hawaasaa ifa godhuu jala gala. Odeeffanno dabalataaf, Keewwata Galmeewwan Hawaasaa laali, RCW Chapter 42.56. Akkataa nutti odeeffaannoo kee itti qabnu dabalataan barachuuf, ibsa icciitti dhuunfaa keenna laali.

T