BAHI Qormaata Leenjii Konkolaataa Clean Diesel Qormaata English Español Oromoo Soomaali Русский ਪੰਜਾਬੀ አማርኛ Question Title * 1. Parked Regen ‘dhaaf maal gochuu qabda? Bantuu fi cuftuu Rejenii Dhaabbachuun ta’u banuu Naannoo nagaa ta’e kan waanta baquu yookiin gubachuu danda’u kamiyyu irraa fagaate keessa dhaabuu Fireenii yeroo hatattamaa kee si’eessuu Kanneen armaan olii hunda Tole Question Title * 2. Zayitawwan ga’umsa ol-aanoo hanga ta’anitti zayitawwan adda-addaa konkolaataa kee keessatti walitti makuun motora kee hin miidhu. Dhugaa Soba Tole Question Title * 3. Buufata irratti toora keessatti yommuu eegduu fi konkolaataan kee yommuu hin deemne, kanneen gochuu qabda: Daqiiqaa 3 booda motora kee dhaabi. Motora kee tasumallee hin dhaabiin sababnisaas motora kee waan dadhabsiisuuf. Otoo motora kee hin dhaabiin dura daqiiqaa 15 eegi. Tole Question Title * 4. Yeroo hagamitti dhangala’oowwan kee caqasuu qabda? Toorbanitti Guyyaatti al-tokko Guyyaatti al-lama (guyyaa hojii kee duraa fi booda) Tole Question Title * 5. Dhimmuuwwan gubataa konkolaataa dizzelii qulqulluu: Tasumallee hin mullatan Gurraacha yookiin halluuwwan biroo qabaachuu danda’u Yeroo-mara gurrachadha Tole Question Title * 6. DPF ‘n yoo cufame maaltuu uumamuu danda’a? Motorri hojii dhaabuu danda’a Ibsaan DEF ifuu mala Gommaa ciiseeru argachuu dandeessa ta’a Tole Question Title * 7. Ibsaawwan akeekkachiisaa daashboordii kee irraa caqasuu yoo dhiiste: Hoomtuu hin uumamuu – ifaawwan sun dhumarratti ni dhaamu Sa’aatii itti aanu keessatti boba’aa guutuu qabda Rakkoon xiqqoon gara rakkoo guddaatti jijjiiramuu ni danda’a Tole Question Title * 8. Gaaniin ______________yoo xiqqaate ¼ ‘n guutuu ta’uu qaba. Sirna DEF Sirna DPF Tole Question Title * 9. Konkolaataan kee Active Regen akka taasisuu gargaaruuf maal gochuu dandeessa? Guyyaatti yeroo hedduu daandii guddaarra konkolaachisuu Daandii guddaarra yoo xiqqaate sa’aatii tokkotti maayilii 50 daqiiqaa 20 ‘f otoo walirraa hin kutiin oofuu Konkolaataa kee dhaabuu garuu motoricha saffisa dabaluu Tole Question Title * 10. Ibsaan DPF kee walitti-fufinsaan ifee kan dhaamu yoo ta’e, kan gochuu qabdu: Rejenii Si’ooftuu eegaluuf ciminaan oofuu yookiin sa’aatii 1-2 keessatti Rejenii Dhaabbachiisuun ta’u jalqabuu Hatattamaan Parked Regen jalqabuu Dhangala’aa DEF ‘n gaanii DEF kee guutuu Tole Question Title * 11. DPF ‘n qaamolee motoraa kanneen kam irratti dhiibbaa taasisa? (kanneen sirrii ta’an hunda filadhu) To’attuu boba’aa Turbocharjerii Irra-deebi’insaan Naanna’a Gaasii Motoraa (EGR) Gaanii DEF Tole Question Title * 12. ______________ ‘n daaraa kaasuuf harkaan qulqulleeffamuu qaba. Sirna DPF Sirna DEF Tole Question Title * 13. DPF ‘wwan waliin wal-qabatee dhimmoonni suphaa sadii gurguddoon maal fa’i (sadii filadhu) Dhangala’aa DEF fixuu Humnaa-ol boba’aa kennuu Dhimmuuwwan dhangala’aa (zayitaa fi qabbaneessituu) DPF qulqulleessuu Dhimmuuwwan gubataa Tole Question Title * 14. DPF ‘n ogeessa mekaanikii ga’umsa qabuun harkaan qulqulleessamuu qaba: Yoo xiqqaate waggaatti al tokko Waggaa lamaatti yeroo hunda Rakkoowwan motoraa yeroo jalqabu qofa Tole Question Title * 15. Motorri yommuu ka’ee jiru dhimmuuwwan boba’aa muraasni adda baafamuu ni danda’u kunis isaan dhaggeeffachuudhaan. Dhugaa Soba Tole Question Title * 16. _______________ ‘n tempireechara ho’aa barbaachisa. Sirna DPF Sirna DEF Tole Question Title * 17. Konkolaataan kee hanga baratameen olitti zayita fayyadamaa jira yoo ta’e: Dhimmuuwwan caqasuu fi isaan furuu qabda Otoo hin dhaabiin daqiiqaa 20 ‘f karaa guddaarra oofuu Zayita dabalataan dabaluu qabda Tole Question Title * 18. DPF kee qulqulleessisaa yokaan bikka busaa yoo jirtu, kanneen kana akka godhuuf daldalicha gaaffachuu qabda: Unka seenaa qulqulleessuu DPF guutuu DOC sakatta’uu Waraantuu DEFsakatta’uu Siliinderii SCR sakatta’uu Kanneen armaan olii hunda Tole Question Title * 19. DPF qulqulluu yookiin haaraa erga galchee booda ogeessi mekaanikii yeroo mara Parked Regen gochuu qaba. Dhugaa Soba Tole Question Title * 20. Ka’umsi rakkichaa kutaa motorichaa kan biroo keessaa iddoo ta’etti yoo ta’ellee yeroo mara DPF ‘n kutaa motoraa kan yeroo jalqabaaf rakkicha mullisudha. Dhugaa Soba Tole XUMURAME