Qormaata

Question Title

* 1. Ibsaan DPF kee walitti-fufinsaan ifee kan dhaamu yoo ta’e, kan gochuu qabdu:

Question Title

* 2. DPF kee qulqulleessisaa yokaan bikka busaa yoo jirtu, kanneen kana akka godhuuf daldalicha gaaffachuu qabda:

Question Title

* 3. DPF ‘n ogeessa mekaanikii ga’umsa qabuun harkaan qulqulleessamuu qaba:

Question Title

* 4. Yeroo hagamitti dhangala’oowwan kee caqasuu qabda?

Question Title

* 5. ______________ ‘n daaraa kaasuuf harkaan qulqulleeffamuu qaba.

Question Title

* 6. Konkolaataan kee hanga baratameen olitti zayita fayyadamaa jira yoo ta’e:

Question Title

* 7. DPF qulqulluu yookiin haaraa erga galchee booda ogeessi mekaanikii yeroo mara Parked Regen gochuu qaba.

Question Title

* 8. Ibsaawwan akeekkachiisaa daashboordii kee irraa caqasuu yoo dhiiste:

Question Title

* 9. Motorri yommuu ka’ee jiru dhimmuuwwan boba’aa muraasni adda baafamuu ni danda’u kunis isaan dhaggeeffachuudhaan.

Question Title

* 10. _______________ ‘n tempireechara ho’aa barbaachisa.

Question Title

* 11. DPF ‘n yoo cufame maaltuu uumamuu danda’a?

Question Title

* 12. Buufata irratti toora keessatti yommuu eegduu fi konkolaataan kee yommuu hin deemne, kanneen gochuu qabda:

Question Title

* 13. Ka’umsi rakkichaa kutaa motorichaa kan biroo keessaa iddoo ta’etti yoo ta’ellee yeroo mara DPF ‘n kutaa motoraa kan yeroo jalqabaaf rakkicha mullisudha.

Question Title

* 14. Dhimmuuwwan gubataa konkolaataa dizzelii qulqulluu:

Question Title

* 15. Gaaniin ______________yoo xiqqaate ¼ ‘n guutuu ta’uu qaba.

Question Title

* 16. Parked Regen ‘dhaaf maal gochuu qabda?

Question Title

* 17. Zayitawwan ga’umsa ol-aanoo hanga ta’anitti zayitawwan adda-addaa konkolaataa kee keessatti walitti makuun motora kee hin miidhu.

Question Title

* 18. DPF ‘wwan waliin wal-qabatee dhimmoonni suphaa sadii gurguddoon maal fa’i (sadii filadhu)

Question Title

* 19. Konkolaataan kee Active Regen akka taasisuu gargaaruuf maal gochuu dandeessa?

Question Title

* 20. DPF ‘n qaamolee motoraa kanneen kam irratti dhiibbaa taasisa? (kanneen sirrii ta’an hunda filadhu)

T