City of Minneapolis - Chief of Police Search - Community Input Survey - Oromo

City of Minneapolis | Chief of Police | Community Input Survey

Akka qaama adeemsa barbaachaafi filannoo Ajajaa Poolisii itti aanu kanaatti, Magaalaan Miniyaappoolisiifi Sekterri Uummataa Barbaaduufi Gorsuu uummatarraa galtee barbaadu. Yeroo maddoolee garaagaraa irraa duubdeebii barbaannu kanatti, ulaagaa Ajajaa Poolisii itti aanu ittiin barbaannu huubachuudhaaf dhugaadhumatti ilaalcha hawaasaa barbaanna. 

Deebiin keessan iccitiidhaan eegama. Sakattaa kana waan guuttaniif akkasumas adeemsa kana keessatti waan hirmaattaniif galatoomaa.

Request accessible format
If you need help with this information, please email 311, or call 311 or 612-673-3000.  Please tell 311 what format you need. It will help them if you say what assistive technology you use.                                                                                                                                                                                                                             
Survey closes: May 2, 2022  
 
1.DANDEETTIIWWAN kunneen hundi kan fayyadan yoo ta'e illee, maaloo magaalaa Minneapolisiitiif ajajaa kan poolisii yeroo filattanitti baay'isee murteessaa ta'a jettanii kan yaaddan ULAAGAALEE shan(5) filadhaa. (Hanga shaniitti(5) filadhaa)).(Required.)
2.Muummeen Poolisii Minneapolis hawaasichaaf tajaajila waan kennuuf, dorgomaan ajajaa poolisii inni haaraan akka dorgomaatti DURSA kennuufiitu irraa eegama. Maaloo, Muummee Poolisii Minneapolisiif "Dursa Ol aanaa" -tu kennamuufii qaba jettanii kan yaaddan, kanneen armaan gadii keessaa hanga shanii(5) kan ga'u filadhaa . (Hanga shaniitti(5) filadhaa)(Required.)
3.DANDEETTIIWWAN GEGGEESSUMMAA kun martinuu barbaachisoo yoo ta'an illee, maaloo, ajajaa poolisii kan itti aanu yeroo filattanitti baay'eetti barbaachisoo ta'u jettanii kan itti amantan DANDEETTIIWWAN GEGGEESSUMMAA hanga shanii (5) ta’u filadhaa. (Hanga shaniitti(5) filadhaa)(Required.)
4.Kantiibaan magaalattii yammuu beellama kana kennutti akka itti yaaduuf kan isin barbaaddan waanti biraan jiraa?
5.Magaalaa Minneapolis keessa jiraattuu?
6.Maaloo, hariiroo magaalaa Minneapolis waliin qabdan caalmaatti kan ibsu filadhaa. (Kan ilaallatu hundaa filadhaa)
7.Sanyii ykn Lammummaa
Maaloo ibsaa.
8.Koorniyaan keessan maali?